Fana: At a Speed of Life!

Obbo Gadduu Andaargaachaw ergaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy preezdaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaanii fi Muummee Ministiraa sudaaniin ga’an

Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Obbo Gadduu Andaargaachaw ergaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy preezdaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaanii fi Muummee Ministiraa sudaaniin ga’an.

Obbo Gadduu Andaargaachaw ergaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Leetanaal Jeeneral Abdal Fattaah Abdalraahimaan Burihaan fi Muummee Ministiraa sudaanii Abdallaa Hamdookin ga’aniiru.

Marii wayita kana taasisaniin, preezdaantiin Mana Maree Birmadummaa Sudaan Leetanaal Jeeneral Abdal Fattaah Abdalraahimaan Burihaan fi Muummee Ministiraa sudaanii Abdallaa Hamdook tokkuumaa fi nageenyaa Ityoophiyaa akka deeggaran ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.