Fana: At a Speed of Life!

Humni addaa poolisii Oromiyaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf hojjecha jira

Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Humni addaa poolisii Oromiyaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf hojjecha jira.

Humni addaa poolisii Oromiyaa fi qaamoleen nageenyaa humnoota ABO Shanee nageenya uummataa booressanii fi heera mootummaa humnaan diiguuf socho’an irratti olaantummaa seeraa kabachiisuuf hojjachuu ibsameera

Oppireeshiinii tibba kana godinalee Oromiyaa tokko tokkoo irratti gaggeeffameen injifannoo olaanaa galmaa’eera.

Akka Biiroo DHimmoota Kominikeeshinii Mootummaatti Naannoo Oromiyaa  beeksiseetti humni waraana ABO Shanee shiftaa uummata saamuu fi gocha badiif socho’aa jiru waan ta’eef uummanni gocha kana balaaleffachuun qaamolee nageenyaa cinaa dhaabbatee qoodasaa ba’uu akka qabu Komiishinii Poolisii Oromiyaa yaadachiisera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.