Fana: At a Speed of Life!

Duulli olaantumama seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti raawwatamaa jiru akkaataa yaadameen gaggeeffamaa jira – MM Dr. Abiy Ahimad

Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad duulli olaantumama seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti raawwatamaa jiru akkaataa yaadameen gaggeeffamaa jiraachuu beeksisan.

Dooktar Abiy duulichi Juuntaa ABUT keessa kan jiru hidhannoo hiiksisuu fi bulchiinsa seeraa naannichaa bakka duuraan tureetti deebisuuf akka ta’e beeksisaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.