Fana: At a Speed of Life!

Dhimmoota waktawaa biyyaa irratti waajjira muummee ministiraatti ogeessoota aartiif ibsi laatamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC) – Dhimmoota waktawaa biyyaa irratti waajjira muummee ministiraatti ogeessoota aartiif ibsi laatamaa jira.

Ibsi waajjira muummee ministiraatti laatama jiru kun, badii gareen ABUT raayyaa Ittisa Biyyaa irratti raawwatee fi tokkummaa biyyaalessaa irratti kan xiyyeeffatedha.

Waltajjichaarratti ogeessonni aartii fi namoonni bebbeekkamoon argamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.