Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy mudaama adda addaa laatan

Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad mudaama adda addaa laatan.

Haaluma kanaan:-

1,Obbo Dammaqaa Mokanniin itti aanaa muummee ministiraa fi Ministeera Dhimma Alaa.

2.Jeneraal Birhaanuu Juulaa Etamaajoor Shuumii Raayya Ittisa Biyyaa.

3.Letenaal jeneraal Ababaawu Taaddasee itti aanaa Etamaajoor Shuumii Raayyaa Ittisa Biyyaa.

4, Obbo Tamasgeen Xuruunah daayreektara olaanaa Tajaajilaa Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyooleessaa.

5, Koomishinar Dammalash Gabra Mikaa’eel Koomishinara Koomishinii Poolisii Federaalaa ta’uun muudamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.