Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan sadan darbanitti daldala alaarraa galiin Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 8 fi miiliyoonni 87 argame

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) – Bara baajataa kanatti baatiwwan sadan darbanitti daldala alaarraa galiin Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 8 fi miiliyoonni 87 argamuu Ministerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.
 
Bara baajataa kanatti baatiwwan sadan darbanitti daldala alaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 8 fi miiliyoonni 87 argamuu isaa daayreektarri dhimmoota koominiikeeshinii Ministeerichaa obbo Wandimmuu Filaattee ibsaniiru.
 
Galiin argame kun galii daldala alaarraa bara darbe yeroo walfakkaatu argame waliin yoo madaallamu miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 16 caalmaa qaba jedhame.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.