Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Dhimma Alaa haala waqtaawaa Ityoophiyaarratti hawaasa dippiloomaatikiif ibsa laate

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC)- Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftii haala waqtaawaa Ityoophiyaarratti hawaasa dippiloomaatikiif har’a ibsa laataniiru.

Ambaasaaddar Diinaan, hawaasa dippiloomatikii fi ambasaaddaroota biyyoota garagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasisaniif haala waqtaawaarratti ibsicha kan laatan.

Ibsicharratti gaffiileen dhiyachuun deebiin kan itti laatame yoo ta’uu, ibsicha laachusanii Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.