Fana: At a Speed of Life!

Manni maricha boruu yaa’ii idileesaa ni gaggeessa

Finfinnee, Onkololeesa 23, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI bara hojii 6ffaa walga’ii idilee 2ffaa boruu ni gaggeessa.

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI bara hojii 6ffaa walga’ii idilee 2ffaa Onkololeessa 24, 2013 ganama sa’aatii 3:00 galmaa walga’ii waajjira Muummee Ministiraatti ni gaggeessa.

Manni marichaa ibsa Faanaa Broodkaasting Koorporeetif ergeen marichaan walitti qabdootaa koree dhaabbii hir’ataan ramaaduuf yaada murtoo dhiyaateerratti qoratee ni raggasisaan eegama.

Dabalataniis sirna hojimaata araaraa guddisuuf,hariiroo oomishaa qonnaa fi omishtootaa murteessuuf akkasumas wixinee labsii inshuraansii fayyaa qoratee koree dhaabbii dhimmi ilaallatuuf ni dabarsa jedhameet eegama.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.