Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durafmu Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Gooroo ganda Adaamii Waddeessatti argamuun Oomisha Misooma qonnaa Kilaastaraa xaafii daawwate

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durafmu Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Gooroo ganda Adaamii Waddeessatti argamuun Oomisha Misooma qonnaa Kilaastaraa xaafii daawwate.

Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimaliis Abdisaan durfamu Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Gooroo ganda Adaamii Waddeessatti argamuun Oomisha Misooma qonnaa Kilaastaraa xaafii daawwatani jiru.

Jiillichi qonnaan bultoota Kilaastaraan xaaffii Misoomsan hanqinoota isaan muudatu gaafachuun jajjabeesaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.