Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbileen garagaraa ‘Maaddii Biyyaaf’ deeggarsa taasisaa jiru

Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Dhaabbileen garagaraa ‘Maaddii Biyyaaf’ deeggarsa taasisaa jiru.

Waamicha muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ‘Maaddii Biyyaaf’ taasisaaniin walqabatee dhaabbileen garagaraa deeggarsa taasisaa jiru.

Kanaanis, Baankiin Intarnaashinaalii Ambasaa Birrii miiliyoonaa 10

Baankii Hibrat Birrii miiliyoonaa 10

Baankiin Misooma Ityoophiyaa Birrii miiliyoonaa 10

Dhaabbanni Inshuraansii Awaash Birrii miiliyoonaa 5

Dhaabbanni Liqii fi Qusannaa Dadabiit Birrii miiliyoonaa 5 deeggarsa taasisaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.