Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan naannoo Oromiyaa gamaaggama raawwii waggaa kurmaana 1ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa gamaaggama raawwii waggaa kurmaana 1ffaa gaggeessaa jira.

Gamaggamni kun ciminaa fi hanqina muldhate qoratee kallattii itti aanu kaa’uuf kan kaayyeffatedha.

Qorannoo hojii kanarratti Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhina Naannoo Oromiyaa obbo Fiqaadu Tasammaa argamaniiru.

Hoggantoonni biiroolee fi Godinaalee akkasumas Magaalotaas qorannoo hojii kanarratti argamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.