Fana: At a Speed of Life!

Badhaasni Noobeelii Dilbata Dhuftu Goda Hambaa Biyyoolessaa Ni Kaa’ama

Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Badhaasni noobeelii nageenyaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Dilbata dhuftu Goda Hambaa Biyyoolessaa ni kaa’ama jedhame.

Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimii FDRI akka beeksisetti badhaasni noobeelii nageenyaa addunyaa 10ffaan Dilbata dhuftu goda hambaa ni kaa’ama.

Badhaasichi hoggansi mootummaa fi namoonni beekamoon bakka argamanitti goda hambaa gala.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.