Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 9 fuudhan

Finfinnee, Onkololeessa 3, 2013 (FBC) – Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 9 fuudhan.

Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 9 guyyaa har’aa fuudhaniiru.

Preezdaanti Saahilawarqi xalayaa muudamaa ambaasaddarootaa fudhaan keessa 7 Awurooppaa yoo ta’u, 2 ammoo biyyoota Afrikaadha.

Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee turtii ambaasaaddaroota waliin taasisaniin hariiroo biyyoota lameenii caalumatti cimsuuf ejjennoo qaban ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.