Fana: At a Speed of Life!

MM Dr. Abiy Ahimad Godina Arsii Aanaan Doddotaa erga jallisiin diriiree booda qonnaa fi oomishtummaa olaanaa agarsiisaa jira jedhan

Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) – Muummen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Godina Arsii Aanaan Doddotaa erga jallisiin diriiree booda qonnaa fi oomishtummaa olaanaa agarsiisaa jira jedhan.

Dooktar Abiy adeemsi oomishtummaa fooyyessuu kun wabii nyaataa mirkaneessuuf, midhaan biyya alaatii fiduu hambisuuf, akkasumas oomishoota biyya alaatti erguu dandeessisuu fi hojii uumuuf kan kaayyeffamedha jedhaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.