Fana: At a Speed of Life!

Manni maree naannoo Sidaamaa bara 2013f baajata Birrii biiliyoona 10.7 ragga’e

Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) – Manni maree naannoo Sidaamaa bara 2013f baajata Birrii biiliyoona 10.7 ragga’e.

Manni maree naannoo Sidaamaa bara 2013f baajata Birrii biiliyoona 10.7 akkasumaas yaada murtoo dhiyaate sagalee guutuun ragga’eera.

Manni maree naannoo Sidaamaa guyyaa kaleessatii eegalee yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 1ffaa magaalaa Awaasaatti gaggeessa jira.

Baajatichi feederaalaa fi galii keessoo irraa kan aragamu ta’uu ibsameera.

Manni marichi xumura yaa’ii isaan labsiiwwan garagaraa fi mudamootarrati murtoo dabarsa jedhameet eegama.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.