Fana: At a Speed of Life!

Giddugalli gabaa oomisha Jimaa Baddeessaatti ijaaramuuf

Finfinnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC)- Giddugalli gabaa oomisha Jimaa godina Harargee lixaa magaalaa Baddeessaatti ijaaramuufi.

Ijaarsa giddugalichaa preezdaantin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi hoggantoonni hojii olaanoo naannichaa jalqabsiisaniiru.

Ijaarsi proojaktichaas baatiwwan 18 keessaatti kan raawwatamu ta’uu ibsameera.

Mootummaa naannoo Oromiyaa gama hundaan qonnaan bultootaa fi horsiisee bultoota Oromiyaa fayyadamoo taasisuuf hojii abdii qabeessa ta’e hojjeecha jira jedhan preezdaant Shimallis.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.