Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Nobeelii Nageenyaa 2020 ta’e

Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) – Qaama Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan ta’e Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Nobeelii Nageenyaa 2020 ta’e.

Dhaabbatichi kutaalee addunyaa garagaraatti kan argaman beelaa fi hanqina wabii nyaataa hir’isuuf carraaqqii taasiseen badhaasaaf ga’eera jedhame.

Koreen Nobeelaa Noorwaay wabii nyaataa fi sababa garagaraan boora’uu nageenyaa hambisuu fi tumsa idila addunyaa cimsuuf kan gargaarudha jedheera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.