Fana: At a Speed of Life!

MM Dr. Abiy gareen atileetiksii Ityoophiyaa Maaraatoonii Landan irratti qabxii dinqisiisaa ta’e galmeessisanitti gammaduu ibsa

Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC) – Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gareen atileetiksii Ityoophiyaa Maaraatoonii Landan irratti qabxii dinqisiisaa ta’e galmeessisanitti gammaduu ibsa.

Atileet Shuraa Qixxaataa, Maaraatoonii Landan 2020 kan warra dhiiraa moo’achuukeef baga gammadde jedhaniiru.

Gootonni atileetoonni keenya bakka deemtan hundatti alaabaan keenya akka olka’ee mul’atu gootan hundi keessan galatoomaa.

Biyyi keenya isiniin boonti jedhan Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.