Fana: At a Speed of Life!

Injiinar Taakkalaa Uumaa Ummata Oromoo maraan Ayyaana Irreechaan baga ittiin isin gahe, nu gahe jedhan

Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) – Ministirri Albudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa Ummata Oromoo maraan Ayyaana Irreechaan baga ittiin isin gahe, nu gahe jedhan.

Irreechi hundee tokkummaa Oromoo, Irree tokkummaa Oromoo, Faaya tokkummaa Oromoo, ibsituu duudhaa, miidhagina fi gamtaa Oromootis jedhan.

Injinar Taakkalaa Uumaa Irreechi Aadaa Oromooti, qormaanni hunduu darbee nagaan bara dhufu Irreecha keenya gamtaan akka kabajnu Waaqni nu haa gargaaruus jechuun hawwii qaban ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii isaanirraa odeeffannee.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.