Fana: At a Speed of Life!

MM Dr. Abiy Ahimad Proojaktii Inxooxxootiin dubartoonni dhibbatti lakkaa’aman gara hojiitti galuu ibsan

Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dubartoonni Inxooxxoo warri ciccimoon hojiisaanii haaraarraa gara manaatti wayita diibi’aa jiranidha jedhan.
 
Dubartoonni Inxooxxoo waggoota dheeraaf hojii qoraan funaanuu fi baaachuu dugda namaa cabsu irratti bobba’anii turani.
 
Amma garuu sababa Proojaktii Inxooxxootiin dhibbatti kan lakkaa’aman leenjii fudhatanii bakka bashannanaa isa haaraatti hojiilee daldalaatiif galteewwan barbaachisan akka dhiyeessan gurmaa’aniiru jedhan.
 
Dooktar Abiy jijjiiramni adeemsasaa keessatti kan biroo olkaasuu gaafata jedhaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.