Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalaa Adaamaa injifattuu dorgaa dorgee faanaa Laamroot kan taate Artiist Maqdas Girmaa Moosisaatiif simannaa godhe

Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Adaamaa injifattuu dorgaa dorgee faanaa Laamroot kan taate Artiist Maqdas Girmaa Moosisaatiif simannaa godhe.

Artiist Maqdas Girmaa Moosisaa wayita magaalaa Adaamaa geessu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa obbo Hayiluu Jaldee dabalatee deeggartootaa fi jaallattoota isheen simannaa ho’aan ta’eera.

Faanaa Laamiroot itti fufinsaan marsaa10ffaaf kan gaggeeffame yoo ta’u, har’a yeroo 11ffaaf gaggeeffameera.

Xumura dorgommicharratti Maqidaas Girmaa, Yoonaataan Nibiraat, Gizaachaw Muulaatuu, Eeliyaas Tashoomaa, Eeliyaas Takilahaayimaanoot fi Salamoon Xigaabee hirmaataniiru.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.