Fana: At a Speed of Life!

MM Dr. Abiy dhaabbilee awwaannisa gammoojjii ittisuuf carraaqqii olaanaa taasisaa galateeffatan

Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaabbilee awwaannisa gammoojjii ittisuuf carraaqqii olaanaa taasisaa galateeffatan.

Dooktar Abiy Ahimad Sadarkaa biyyaatti rakkoo fayyaa idil-addunyaa, akkasumas balaawwan uumamaa hedduu dandamachuuf tumsaa jirra jedhaniiru.

Itti dabaluudhaanis Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy dhaabbilee federaalaa yeroo kanatti gitootasaanii naannoo waliin ta’uudhaan awwaannisa gammoojjii ittisuuf carraaqqii olaanaa taasisaa jiran galateeffataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.