Fana: At a Speed of Life!

Itti aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa Mokonniin miseensoota komishinii nageenyaa walin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa Mokonniin miseensoota komishinii nageenyaa walin mari’atan.

Marichaan Itti aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa Mokonniin dinaagdeen biyyatti weerara vaayrasii koroonaan yoo qoramtullee diingdeedhaan guddachuun ishee ammoo abdii cimaadha jedha.

Darbe darbee rakkinoonni jiraachuu kan kaasaan obbo Dammaqaan rakkinoota kana misooma gurguddaa eegalama kan aduubatti hin deebisne ibsaniiru.

Carraaqqi komishiniin nageenyaa fi araaraa taasise dinqisiifachuun fulduratti naannoowwan guutuu biyyatti waliin ga’uuf akka hojjetan eeraniiru.

Mootummaan hojii gaarii komishinichi eegalee tumsuu akka qabu ibsaniiru.

Itti aantuun Komishinii nageenyaa fi araaraa aadde Yeetnabarsh Nugusee hojiiwwan komishinichi hanga ammaatti raawwate ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.