Fana: At a Speed of Life!

Wubatuu Abaataan leenjisaa garee biyyoolessaa Ityoophiyaa ta’an

Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Wubatuu Abaataan leenjisaa garee biyyoolessaa Ityoophiyaa ta’an.
Leenjisaa Wubatuun waggoota lamaaf garicha tajaajiluuf koontiraata seenaniiru.
Federeeshiniin Kubbaa Miillaa Ityoophiyaa leenjistichi garicha tajaajiluuf waliigaluusaa beeksiseera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.