Fana: At a Speed of Life!

 Dr Abiy Ahimad dhaabbilee fi namoota ayyaanni damaaraa nagaan akka xumuramu taasisan galateeffatan

Finfinnee, Fulbaana 17, 2013(FBC)- Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaabbilee fi namoota ayyaanni damaaraa nagaan akka xumuramu taasisan galateeffataniiru

Doktaar Abiy ayyaanichi karaa nagaatiin akka kabajamu carraaqqii qaamoleen nageenyaa taasisaanii fi namusni uummanni argisiise kan akka fakkeenyaatti kan ilaallamudha jedhan.

Dooktar Abiy karaa fuula Feesbuukii isaaniitin akka beeksisanitti, dhamaati dargaggonni ayyaanichi akka miidhagu agarsiisaan dinqiisifataniiru.

Nagaa keenya eeguu fi eegsisuuf waltaa’uu fi qindoominaan  hojjeechuun alaa waanti caalu hin jirus jedhaniiru.

Dooktar Abiy irra deebiidhaan ayyaana gaarii jechuun ergaa isaanii dabarsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.