Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Wallaggaa barattootasaa ebbisiise

Finfinnee, Fulbaana 14,2013(FBC)- Yuunvarsiitiin Wallaggaa barattootasaa sagantaa addaddaan leenjisaa ture ebbisiise.
Yuunvarsiitichi har’a barattoota 3,608 ebbisiisera.
Barattoota ebbifaman keessaa barattoonni 3 yeroo jalqabaatif digrii sadaffaa(PHD) Afaan Oromootin ebbifamaniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.