Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsitiin Haramaayaa barattoota kuma 2 fi 800 barsiisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)- Yuunivarsitiin Haramaayaa barattoota kuma 2 fi 800 barsiisaa ture eebbisiise.
Yuunivarsiitichi barattoota digrii jalqabaa hanga doktaraatti barsiisaa ture eebbisiiseera.

Sirna eebbaacharratti Ministir Deettaan Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Dooktar Saamu’eel Kiflee dabalatee preezdaantii yuunivarsiitiicha Dooktar Jamaal Yuusuf akkasumas bulchiinsi godinichaa argamaniiru.

Maddi:-TOI

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.