Fana: At a Speed of Life!

Giiftii Dureen daa’imman giddugala guddisa daa’immanii keessa jiraatan laaqana affeeran

Finfinnee, Fulbaana 1, 2013 (FBC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachaw daa’imman giddugala guddisa daa’immanii keessa jiraatan laaqana affeeran.
 
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachaw giddugala guddisa daa’immanii bara darbe naannoo Inxooxxootti waajjiiri Giiftii Duree ijaarsisetti argamuun laaqana affeeraniiru.
 
Giddugalli kun daa’imman 40 kunuunsaa jiraachuu ibsameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.