Fana: At a Speed of Life!

Manni maree nageenya biyyaaleessaa dhimmoota haala nageenyaa fi yeroorratti mari’achuun kallatti kaa’e

Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC)- Manni maree nageenya biyyaaleessaa dhimmoota haala nageenya biyyattii fi yeroorratti mari’achuun kallatti kaa’eera.

Manni maricha miidhaa qaqqabuuf karoorafme qaqqabee, fashala’ee fi sodaa nageenya biyyaaleessa ga’uuf ture bal’inaan ilaaleera.

Sodaawwan itti aanaan bifa qindoomeen haala ittisuun danda’amuurratti mari’amu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksiseera.

Birmaduumma biyya, nageenya lammiilee eeguu fi olaantuumma seeraa kabachiisuf mootumman murannoon akka hojjetu himameera.

Raayyaa ittisa biyyaa dabalatee dhaabbilee nagenyaa tattaaffi fi aarsan kaffalan cimsanii kan itti fufan ta’uu manni marichaa mirkaneesssera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.