Fana: At a Speed of Life!

Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 9 caale

Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 9 caaluu ibsame.
 
Akka ragaan ‘Woorlidoomeetirs’ irraa argame muul’isu addunyaarratti namoota miiliyoona 27 fi kuma dhibba 7 fi kuma 43 fi 29 vaayrasichaan qabaman keessaa lubbuun namoota kuma dhibba 9 fi kuma 1 fi 928 darbeera.
 
Namoonni miiliyoonni 19 fi kumni dhibbi 8 fi kumn 34 fi 62 dhibichaarraa yoo dandmatan, namoonni miiliyoonni 7 fi kumni 7 fi 39 yaalarratti argamu.
 
Namoonni kumni 60 fi 390 ammoo wallansa cimaa keessatti argamu jedhame.
 
Ameerikaa, Hindii fi Braaziil namoota dhibichaan qabaman hedduu galmeessisuun sadarkaa jalqabaarratti argamu.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.