Fana: At a Speed of Life!

Kibba Afrikaatti namoonni miiliyoonni 50 ol beelaf saaxilaman

Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Kibba Afrikaatti namoonni miiliyoonni 50 ol beelaf saaxilamaa dhufuu dhaabbileen idil addunyaa akeekkachiisan.

Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Sagantaan Nyaataa akka ibsetti, Maalaawwii, Moozaambiik, Zaambiyaa, fi Zuumbaabuween biyyoota beelli itti cimu ta’uu eereera.

Naannolee kanneetti sababa weerara vaayrasii koroonaan uggurri godhame rakkoo diinagdee cimaaf saaxiluu ibsameera.

Weerarri bara kana Kibba Afrikaatti muudatees miidhaa guddaa qaqqabsiisuus eerrameera.

Maddi:-BBC

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.