Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Mana Maree Birmadummaa Sudaan  Janaraal  Abdulfataah Albuurhaan Asmaraa galan

 

Finfinnee,  Qaamme 2, 2012(FBC)- Preezdaantiin Mana Maree Birmadummaa Sudaan  Janaraal  Abdulfataah Albuurhaan daawwannaa hojiif Asmaraa galan.

Janaraal  Abdulfataah Albuurhaan wayita Asmaraa ga’an Preezdaantiin Ertiraa Isaayyaas Afawarqii simannaa taasisaniirufi.

Aanga’oonni lamaan haariroo biyyoota lameenii irratti akka mari’atan ibsameera.

Preezdaantiin Ertiraa Isaayyaas Afawarqii baatii 1 dura gara Kaartuum imaluun hariiroo biyyoota lamanii irratti mari’achuun isaani ni yaaddatama.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.