Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan naannoo Kibbaa hooggantoota hojii garagaraaf muudama laate

Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Sabaa fi Sablammoota Ummata Kibbaa hooggantoota hojii garagaraaf muudama laateera.
 
Bu’uuruma kanaan;
 
1.Obbo Haylamaariyaam Tasfaayee – Sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti Hoogganaa Biiroo Aadaa fi Turizimii fi Qindeessaa Kilaastara Hawaasummaa.
 
2.Obbo Maahee Boodaa – Hoogganaa Biiroo Barnootaa
 
3.Obbo Tashoomaa Taakkalaa – Hoogganaa Biiroo Misooma Indaastirii fi Intarpiraayzii
 
4.Obbo Akliiluu Addunyaa – Hoogganaa Biiroo Misooma Bishaanii fi Jallisii
 
5.Obbo Sintaayyaw Waldamikaa’el – Qindeessaa Itti Aanaa Giddugala Ijaarsa Sirna Demokiraasi
 
6.Obbo Yihuun Asaffaa – Giddugala Ijaarsa Demokiraasitti Hoogganaa Damee Qunnamtii Ummataa fi Miidiyaa Hawaasaa
 
7.Obbo Nigusee Asraas – Daayreektara Olaanaa Akkaadaamii Hoggansa Kibbaa ta’uun muudamuu isaanii ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootumaa Naannoo Kibbarraa argame ni muldhisa.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.