Fana: At a Speed of Life!

Sochii ittisa weerara vaayrasii koroonaa biyyoolessaarratti mari’atame

Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Sochii ittisa weerara vaayrasii koroonaa biyyoolessaarratti mari’atame.
 
Sosochii hawaasaa fi qorannaa akka biyyoolessaatti eegalamerratti kan mari’atame.
 
Marii viidiyoodhan gaggeeffame kanarratti itti aanaa muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan dabalatee, hoggansi nananolee hundaa fi hoggansi bulchiinsota magaalaa lamaanii hirmaataniiru.
 
Sosochichaan hojii bal’aa fi milkaa’aan hojjetamuun eeramee, caalmaatti milkeessuuf ni hojjetama jedhameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
 
 
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.