Fana: At a Speed of Life!

Paartiin Badhaadhinaa muudama laate

Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa muudama laate.
 
Haaluma kanaan;
 
1. Obbo Mallas Alam; ittigaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Finfinnee,
 
2. Obbo Tasfaayee Beeljigee; Waajjira Olaanaa Paartii Badhaadhinaatti ittigaafatamaa damee ijaarsa siyaasaa,
 
3. Dooktar Biqilaa Hurrisaa; Waajjira Olaanaa Paartii Badhaadhinaatti ittigaafatamaa qunnamtii alaa fi ummataa ta’uudhan ramadamuu isaanii paartichi beeksiseera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.