Fana: At a Speed of Life!

Waggoottan kurnan itti aananitti daldala alaa Doolaara biiliyoona 9 ga’uuf karoorfameera

Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Waggoottan kurnan itti aananitti daldala alaarraa waggaa waggaadhan galii argamu Doolaara biiliyoona 9 ga’uuf karoorfameera.
 
Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii akka beeksisetti waggoottan kurnan itti aananitti indaastirii oomishaarratti carraa hojii miiliyoona 5 uumuuf karoorfameera.
 
Ministeerichi karoora waggaa 10 kanarratti qooda fudhattoota waliin mari’ateera.
 
Raawwii 2012, kallattii karooraa 2013 irrattis mari’atameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.