Fana: At a Speed of Life!

Roonaald Kiiyuuman leenjisa Baarseeloonaa ta’an

Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Roonaald Kiiyuuman leenjisaa Kilaba Ispeen Baarseeloonaan ta’uun muudadaman.
 
Leenjisaan duraanii garichaa Kiikee Seetiiyeen erga shaampiyoons liigiin injifatamanii booda gaggeeffamaniiru.
 
Sababa kanaan taphataan garichaa duraaniii Roonaald Kiiyuuman leenjisaa olaanaa ta’uun muudamaniiru.
 
Roonaald Kiiyuuman leenjisaa garee biyyaaleessaa Neezarlaand turan.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.