Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech Abeebee Itti Aantuu kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman

Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Aadde Adaanech Abeebee Itti Aantuu kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman.

Manni Maree magaalaa Finfinnee walga’ii ariifachiisaa har’a taa’een aadde Adaanech Abeebee Itti Aantuu kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee godhuun muudeera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.