Fana: At a Speed of Life!

Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa, Waldaa Fannoo Diimaa Neezarlaandis waliin deeggarsa laatan

Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa, Waldaa Fannoo Diimaa Neezarlaandis waliin ta’uudhan deeggarsa tilmaama Birrii miiliyoona 1.6 qabu laatan.

Deeggarsichi oomishaalee nyaatati.

Deeggarsichi namoota weerara vaayrasii koroonaaf saaxilaman 1,500f laatame.

Tumsi kunis namoota kutaa bulchiinsa magaalaa Addis Katamaa, Qiirqoosii fi Lidataa keessa jiraataniif laatame.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.