Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Nageenyaa dhaabbilee waamamoo, caasaa nageenyaa naannolee fi bulchiinsota magaalaa waliin mari’ate

Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa dhaabbilee waamamoo, caasaa nageenyaa naannolee fi bulchiinsota magaalaa waliin mari’ate.
 
Marichi guyyootii 6f gaggeeffamaa tureera.
 
Olaantummaa seeraa kabachiisuu fi damichaan raawwii hojii bara darbeerrattis mari’atameera.
 
Dabalataan karoora bara 2013, karoora waggaa 10 fi ijaarsa nageenyaa hawaasa giddugaleessa taasifaterratti mari’atameera.
 
Xumura waltajjichaatin booda Proojaktii Paarkii Inxooxxoo daawwachuudhan, biqiltuun dhaabameera.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.