Fana: At a Speed of Life!

USAID meeshaalee gatii Birrii miiliyoonaa 2 ol qaban Boordii Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaaf arjoome

Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) – USAID meeshaalee gatii Birrii miiliyoonaa 2 ol qaban Boordii Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaaf arjoome.

 

Eejansii Misooma Idil Addunyaa Ameerikaa (USAID) vaayrasii koroonaa ittisuu kan gargaaruu fi meeshaalee gatii Birrii miiliyoonaa 2 ol qaban Boordii Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaaf arjoomeera.

 

Dhaabbatichi meeshaale arjoome haguuggii funyaa fi afaanii, haguuggii harkaa, safartuu ho’aa fi meeshaalee qulqullina ittiin eegatan ta’uu ragaan boordicharra argame ni muldhisa.

 

Boordii Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa deeggarasa Eejansiin Misooma Idil Addunyaa Ameerikaa (USAID) taasisee galateeffateera.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.