Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Fayyaa bara kana sadarkaa biyyaalessatti biqiltoota miiliyoona 6.5 akka dhaabu beeksise

 

Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) – Ministeerri Fayyaa bara kana sadarkaa biyyaalessatti biqiltoota miiliyoona 6.5 akka dhaabu beeksise.

 

Ministeerri fayyaa dhaabbilee waamatoota waliin ashaaraa magariisaa bara kanaa sadarkaa biyyaalessatti biqiltoota miiliyoona 6.5 akka dhaabu beeksiseera.

 

Kanaanis, ministeerichi hojjettootaa dhaabbilee waamamtoota  waliin ta’uun kutaa magaalaa Aqaaqii Qaalittii biqiltoota kuma 5 dhaabeera.

 

Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa dabalatee hoggantoonni hojii fi hojjettoonni dhaabbi biqiltuu kanarratti hirmaataniiru.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.