Fana: At a Speed of Life!

Kaaba Iyvoorii Koostitti balaa sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 13 darbe

Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Kaaba Iyvoorii Koostiitti balaa sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 13 darbuu himame.

Mootummaan biyyattii akka beeksiseetti hanga ammaatti namoonni hedduun as buuteen isaan hin argamne.

Akka miidiyaan naannoo RTBF jedhamu gabaaseetti sigigichi manneen jireenyaa 20 barbadeessuu ibsameera.

Balaan sigigaa kunis rooba cimaa guyyoota hedduuf roobeen muudachuu himameera.

Maddi:-CGTN

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.