Fana: At a Speed of Life!

Jimmaatti proojaktoonni Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 97 ebbifaman

Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti proojaktoonni misoomaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 97 ijaarraman ebbifaman.
 
Proojaktoonni har’a itti aantuu preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa; qindeessituu kilaastara magaalaa aadde Caaltuu Saanitiin ebbifaman 26dha.
 
Aadde Caaltuun sagantaa tajaajila lammummaatin ammoo daree dabalataa mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Jireen, manneen harka qal’eeyyii 98f ijaaraman jalqabsiisaniiru.
 
Mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Jireen keessattis biqiltuu dhaabaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.