Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanachi lammiilee daandirraa jiraataan waldaan‘Temple of God Church’ jedhamuun deeggeraman daawwataniiru

Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) – Haati Alangaa Waliigalaa FDRI aadde Adaanachi Abeebee lammiilee daandirraa jiraataan waldaan‘Temple of God Church’ jedhamuun deeggeraman daawwataniiru.

Haati Alangaa Waliigalaa FDRI aadde Adaanachi Abeebee fuula Feesbuukii isaaniin akka ibsanitti, walgargaaruuf dhaabbata tola oltoota fi hojjeeta ta’un hin barbaachisuu jedhaniiru.

Lammiilee daandiirra jiraatan 250f keennaa garaagara laataniiruf.

Haati Alangaa Waliigalaa FDRI aadde Adaanachi Abeebee gochii kun kan jajjabeeffamuu fi hunda keenyaaf fakkeenya ta’u qaba jedhaniiru.

Yeroo itti aanuuf lubbuu lammiilee kanneen itti fufiinsaan gargaaruuf hundi keenyaa shooraa keenya ba’uu qabna jedhaniiru.

Waldaan ‘Temple of God’ lammiilee kanneen daandiirraa kaasee gargaaruu erga jalqabee baatiwwaan 3 ta’eera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.