Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni Olaanoon Raayyaa Ittisaa Taanzaaniyaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Hoggantoonni Olaanoon Raayyaa Ittisaa Taanzaaniyaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Itiyoophiyaa daawwataniiru.

Giddugala misooma kalaqaa dabalatee Odeeffannoo fi Kominikeeshinii, Oomishaalee Taaknooloojii  fi tajaajiloota garaagaraa mandhalee daawwataniiru.

Hojiilee fi misoomawwan humna dhaabbatichaan gabbifamaa jiran ilaalchisee Daayrektarri Olaantuun Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Aadde Tigist Hamiid jilichaaf ibsa kennaniiru.

Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo itti gaafatamaa ummataa fi mootummaan itti kenname qixa sirriin bahuuf hojjechaa jiraachuu kaasuu ragaan bulchiinsicharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.