Fana: At a Speed of Life!

Kennaa uumamaa misooma waaraaf oolchuu qabna- MM Dr Abiy

Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Kennaa uumamaa biyyoolessaatin qabnu misooma waaraaf oolchuu qabna jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
 
Kennaan uumamaa biyyoolessaa furtuu ka’umsa badhaadhinaatis jedhaniiru.
 
Tumsaa fi qindoomina mootummaa fi invastimantii damee dhuunfatiin qabeenyichatti sirnaan fayyadamuun murteessaa ta’uu eeran.
 
Carraa hojii uumuu fi damee tuuriizimii idil addunyaarraa bu’aa argannu guddisuu qabna jedhan.
 
Tuuriizimii dameewwan addaddaa babal’isuuf itti fayyadamuu qabna jedhan.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
 
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.