Fana: At a Speed of Life!

Fiinlaand Ityoophiyaadhaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4 laatte

Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Fiinlaand Ityoophiyaadhaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4 laatte.
 
Deeggarsichi sagantaa qulqullinaa ‘Waan Washiif’ kan ooludha.
 
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Fiinlaand Heleenaa Eraaksiinan akka beeksisanitti, deeggarsichi bifa weerara vaayrasii koroonaa ittisuun danda’amuun, dhiyeessii bishaanii, qulqullina mirkaneessuu fi maqsa dhangala’aa fooyyessuuf kan ooludha.
 
Ambaasaaddarittiin deeggarsi Fiinlaand, Ityoophiyaaf taasistu kan itti fufu ta’uu eeraniiru.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.