Fana: At a Speed of Life!

MM Dr. Abiy Jilli olaanaan Sudaan irraa Ityoophiyaatti ergan hidhata cimaa yeroo dheeraaf biyyoota lamaan giddu ture kan mul’isudha jedhan

Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Jilli olaanaa Muummee Ministiraa Abdallaa Hamdook Sudaan irraa Ityoophiyaatti ergan hidhata cimaa yeroo dheeraaf biyyoota lamaan giddu ture kan mul’isudha jedhan.

Dinagdee keenya waliin cimsuu, Hidha Haaromsaa Guddicha, dimma daangaa Itoophiyaafi Sudaan akkasumas qormaata waloo si’anaa #COVID-19 qolachuuf barbaachisummaa hooggansa waloo irratti marii’achuu isaanitti akka gammadan ibsaniiru.

* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Ityoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! dhaamsa jedhuu fuula feesbuukii isaaniin dabarsaniiru. *

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.