Fana: At a Speed of Life!

Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Adaamaan Magaalaa Hawaasaa injifate

Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaa har’a taphataneen Adaamaan galchii 2 fi 0n Magaalaa Hawaasaa injifateera.

Tapha har’a galgala sa’aatii 1:00 irraa eegalee taphatameen Nabiil Nuuriin daqiiqaa 7ffaa fi 44ffaarratti Adaamaaf galchii 2 galcheera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.